Walleesaan Afaan Oromoo hundee OROMUMMAA akka ta’eefi Oromoon Barnootaaf xiyyeeffannoo akka kennuu qabu qaatarraa namni raageefi hayyuun jabaa,falmaa haqaa,mallattoo bu’uraa Aartii Oromoo, falmaa bilisummaafi daandii walabummaa kan ta’e Doktarri kabajaa Artiist Alii Birraa du’aan boqochuusaan Boordiin Daayireektarootaa, Miseensonni Manajimeentii fi Hojjettoonni Waldaa Aksiyoona Barnoota Waliif Gadda nutti dhagahame Ibsaa, Dinqisiifattoota isaa, Aanteefi Firoottan Isaa akkasumas Maatii isaatiifi Uummata Oromoo maraaf Jajjabina Hawwina.

Galaan ati ijoollummaakeerraa hanga ammaatti dhalootaaf keesse, baraan jiraataadha.

Waldaa Aksiyoona Barnoota Waliif

#Koottaa Waliin Wayyaa!

#Better Together

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *