Waliif Education SC

news

Manneen Barnootaa Akkaadaamii Waliif Dameelee hundatti guyyaan kabaja aadaa haala ho’aan kabajamee oolee.

Guyyaan Kabaja Aadaa Manneen Barnoota Akkaadaamii Waliifitti barattoonnii aadaa boonsaafi dilbii uummanni Oromoo qabu akka baraa guddataniif hubannoo uumuuf waggaa waggaan kan kabajamu yoo ta’u, bara kanas agarsiisa uffata aadaa,gosoota nyaata, shubbisa,meeshaaleefi aadaalee godinaalee Oromiyaa hundaa walbarsiisuufi agarsiisuun kabajamee ooleera. —————————————————– ‘Lammiin barate,mataa olqabatee deema’ Waldaa Aksiyoona Barnoota Waliif Odeeffannoowwan Keenya argachuuf Karaalee toora ; […]

Haaromsa Caasaa Hooggansaa

Waldaan Aksiyoona Barnoota Waliif tajaajila si’ataafi dhaqqabamaa ta’e kennuun Manneen Barnootasaa keessatti qulqullina barnootaa caalmaan mirkaneessuuf Caasaalee hojiisaa haroomsuu Hojii Gaggeessaa Olaanoofi Hundeessaan Waldaa Aksiyoona Barnoota Waliif Obbo Gololcha Baallii Ibsan. Waldaan Aksiyoona Barnoota Waliif Godinaaleefi Magaalota Naannoo Oromiyaa 12tti Manneen Barnootaa Dameelee 12 banuun Afaan Oromoofi Afaan Ingiliziin barnoota qulqullina qabu barnoota Idilee Duraa/KG […]

Ibsa Gaddaa!

Walleesaan Afaan Oromoo hundee OROMUMMAA akka ta’eefi Oromoon Barnootaaf xiyyeeffannoo akka kennuu qabu qaatarraa namni raageefi hayyuun jabaa,falmaa haqaa,mallattoo bu’uraa Aartii Oromoo, falmaa bilisummaafi daandii walabummaa kan ta’e Doktarri kabajaa Artiist Alii Birraa du’aan boqochuusaan Boordiin Daayireektarootaa, Miseensonni Manajimeentii fi Hojjettoonni Waldaa Aksiyoona Barnoota Waliif Gadda nutti dhagahame Ibsaa, Dinqisiifattoota isaa, Aanteefi Firoottan Isaa akkasumas […]

” Baradhaa Lammii Baratetu Mirgasaa Gaafata.”

B/Jeneraal Taaddasaa Birruu Waldaan Aksiyoona Barnoota Waliif Kayyoosaa ijoo lamaan ; lammiilee eenyummaa isaaniitti boonaniifi Sirna Gadaatiin baratanii falaasama Hooggansa Gadaa Addunyaatti beeksiisuu danda’an, barnoota Saayinsiifi Teknolojiitiin kan qarooman uumuufi Abbootii Aksiyoonaa keenya diinagdeen jabeessuuf jedhu galmaan gahuuf ciminaan hojjetaa Jira. Karaalee toora ; Email; walifedunet@gmail.com Facebook; Waliif Education Share Company Telegram; https://t.me/walifedu,nu hordofaa. Koottaa […]

Ergaa Baga Irreecha Geessanii

Ergaa Baga Irreecha Geessanii

Waldaan Aksiyoona Barnoota Waliif Uummata Oromoo biyya keessaafi alaa,Abbootii aaksiyoona waldaa keenyaa,Hojjettootaafi Barattoota Manneen Barnootaa Waliif maraan baga Ayyaana Irreechaa bara 2015 nagaan geessan isiniin jedha. Ayyaanni Irreechaa sirna dhugeeffannaa Oromoo ganamaa, keessaa madde adeemsa keessa dagaagee aadaalee calaqqee Sirna Gadaafi utubaalee eenyummaa uummata Oromoo calaqqisiisan keessaa isa olaanaadha. Kabajni ayyaana Irreechaa qabsoo uummanni Oromoofi […]

Message From the director

Message From the director

Our company is both business and identity building oriented that has planned to work on all levels of education from KG- University. The company was established by the well committed, devoted, patriot and highly experienced professionals and intellectuals graduated from the higher institutions by different educational backgrounds. The main reason why the company established is […]

waliif Education share Info

waliif Education share Info

we are happy you decided to invest in waliif. to complete this process down below is the detail of our share in different banks. all you have to do is deposit the ammount into this banks. waliif thanks you its partners for this great and wonderful achievement we are planning to achieve. your partnership makes […]

Future plan

Future plan

Waliif Education future building