Manneen Barnootaa Akkaadaamii Waliif Dameelee hundatti guyyaan kabaja aadaa haala ho’aan kabajame
12
Jan
2023
Guyyaan Kabaja Aadaa Manneen Barnoota Akkaadaamii Waliifitti barattoonnii aadaa boonsaafi dilbii uummanni Oromoo qabu akka baraa guddataniif hubannoo uumuuf waggaa waggaan kan kabajamu yoo ta’u, bara kanas agarsiisa uffata aadaa,gosoota nyaata, shubbisa,meeshaaleefi aadaalee godinaalee Oromiyaa hundaa walbarsiisuufi agarsiisuun kabajamee ooleera.
—————————————————–
‘Lammiin barate,mataa olqabatee deema’
Waldaa Aksiyoona Barnoota Waliif
Odeeffannoowwan Keenya argachuuf
Karaalee toora ;
Website; https://waliifedu.net
Email; givehopeto3g@gmail.com
Facebook; Waliif Education Share Company
Telegram; https://t.me/walifedu Fi https://t.me/walif_edu_group‘ nu hordofaa.
#Koottaa Waliin Wayyaa!